Guyyaa tokkootti quunnamtii saalaat of eeggannoo malee godhamuun infekshinii miliyoon tokkotu mudata, akka Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) jedheetti. Kana jechuunis namoonni haaraan miliyoona 376 ol ...